← Documented Incidents

Extrajudicial Killing high Arsi

Yuusuf Muhaammad Dhimma Nageenyaa Gandaatiin fi Milishaadhaan Ajjeefame

Ref
ORO-C3F46D7CB9
Date of incident
Zone
Arsi
Number of people affected
1

Godina Arsii, Aanaa Sirkaa, Ganda Hanuu fi Jawwee keessatti, halkan 8/4/2026, gara sa'aatii 5:00tti, nama Yuusuf Muhaammad jedhamu mana isaatii ajjeefame. Namni gochaa kana raawwate Muhaammad Sultii kan jedhamu, dhimma nageenya gandaa hordofu, milishoota waliin ta'uun ni himama.
Yuusuf badii tokko malee ajjeefame. Ajjeechaa raawwatan booda, warri isa ajjeesan ambulaansii waamanii reeffa isaa gara Waajjira Poolisii Aanaatti geessan.

View & comment