Barataa Taajuu Jamaal Ahmed Milishaan Harka Cabsan
- Ref
- ORO-93E33B4318
- Date of incident
- Zone
- East Hararghe
- Number of people affected
- 1
Harargee Bahaa/Goro Gutu Ganda Saphaloo, Mucaan kun, Maqaan isaa, Barataa Taajuu Jamaal Ahmed jedhama, Barataa Mana Barumsa sadarkaa 2ffaa Shek-Bakrii Saphaloo, kan boqonnaaf maati bira jiru, Milishaan Gocha Suukanneessaan harka caccabsanii halkan edaa magaalaa kaarra millee galchan,
